Furmaata barbaachisummaa keessaniif kutaalee konkolaataa qulqullina isaanii eegatan

Itiyoo Tarraa Dh/D/I/G/M kutaalee konkolaataa qulqullina olaanaa fi tajaajila amanamaa kennuudhaan kan beekamu yoo ta’u, Baatirii konkolaataa fi gomma konkolaataa xixiqqaa fi konkolaattota fe'umsaa gurguddoof ta'u adda addaa ni dhiheessudhaan;imalli keessan mijataa fi rakkoo irraa bilisa akka ta’u gochuun galma keenya isa jalqabaati.

Car Tyres
Nuti eenyudha?

Waa'ee Itiyoo Tarraa Dh/D/I/G/M

Itiyoo Tarraa Dh/D/I/G/M magaalaa guddoo Itoophiyaa, Finfinnee keessatti kan argamu fi dhiyeessi meeshaalee konkolaataatti adda dureedha. muuxannoo waggoota dheeraa industirii kanarratti qabnuun tajaajila amanamaa fi qulqullina qabu kennuudhaan maqaa gaarii arganneerra.

Ergamni keenya maamiltoota keenyaf baatirii fi gommaa konkolaataa qulqullina olaanaa qabu dhiyeessuudhaan konkolaataan isaanii sirnaan akka dalagu gochuudha. Abbootii konkolaataa, makaanikootaa fi daldaltootaaf michuu amanamaa ta’uu keenyatti ni boonna.

alloy-wheel-black-rubber-wet-tire-speed-generated-by-ai
TH31_hover_eu
Maaltu Nu Filattu?

Waa'ee Itiyoo Tarraa Dh/D/I/G/M

  • Mirkaneessa Qulqullinaa: Oomisha keenya oomishtoota biyyattii keessatti beekamoo fi maqaa gaarii qaban irraa kan galchinu yoo ta’u, kunis itti fufinsa tajaajila fi qulqullinaa meeshaalee keenyaaf wabiidha.
  • Filannoo Bal’aa: Baatiriiwwan konkolaataa, konkolaataa xiqqaa yookiin konkolaataa fe’umsaa fedhii keessan guutan yoo barbaaddan filannoo bal’aa nu biraa argattu.
  • Maamila irratti kan xiyyeeffate: Itti quufinsi keessan dhimma angafaa keenya.Hojjettoonni keenya yeroo hunda fedhii keessan keessan guutuuf qophaa’oo dha.

Waa’ee Itiyoo Tarraa Dh/Dh/I/G/M fi akkamitti fedhii konkolataa irratti qabdan guutuu akka dandeenyu caalaatti baradhaa.

Oomishaalee fi Tajaajiloota keenya

Baatiriiwwan konkolaataa

Baatiriiwwan konkolaataa keenya sadarkaa olaanaa qaban humna amanamaa fi umurii dheeraa akka kennan of eeggannoodhaan waan hojjetamaniif konkolaataan keessan sirnaan ka’uuf akka hin rakkifne gonkumaa yaadoo keessa hin seentan.

Gommaa konkolaataa

Nu Biraa gommaawwan amanamoo kan nageenyaafi mijataa namoota daandii magaalaa yookiin baadiyyaa keessatti bilisaan konkolaachisuuf hojjetaman ni argattu.

Gommaa konkolaataa fe'umsaa gurguddaa

Konkolaattota ulfaatoo ta’aniif, gommaan konkolaataa fe’umsaa gurguddaan keenya haala rakkisaa akka dandamatu akkasumas harkisaa fi to’annoo gaarii ta’e kennuuf kan hojjetamedha.

dark-storage-full-big-variety-new-tyres-busy-warehouse

Ati nama jumlaa gurguruu dha?

Yoo daldalaa jumlaa oomisha keenyaaf fedhii qabdan taatan,Maaloo gatii jumlaa fi gaaffii barbaadaniif nu qunnamaa.

dark-storage-full-big-variety-new-tyres-busy-warehouse

Suurawwan Oomishaa

Ergaa nuuf ergaa

Scroll to Top